Madda Ifaa ABDII KIBBA LIXAA

Humni Elektirikii Itoophiyaa Bu’uuraale Humna Elektirikii babal’isuuf hojiiwwan Heddu hojjechaa jira. Kana keessa pirojektin Mattuu Maashaa tokkoodha. Pirojektiin kun hojiin ijaarsa isaa bubbulus amma gara xumuraarra gaheera.

Scroll to Top